Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Yunivarsiitiin Finfinnee enyuufaa qare?

  2. Alaabaan Sa'ud Arabiyaa maaliif lafa hin kaa'amu?

  3. Waa'ee maatii Kantiibaa Adaanech kana beektuu?

  4. Addunyaa sodaachisaafi fagoo TikTok bira hin ga'amne

  5. Gamtaan Awurooppaa muddamni kaaba Itoophiyaa isa yaaddessuu ibse

  6. Mana barumsaa US akka barattoonni Kitaaba Qulqulluu dubbisan dirqama gochuun mormiin mudate

  7. Ameerikaan Tigraayitti 'qaamolee adeemsa nagaa gufachiisan' akeekkachiiste

  8. Manni maree Tigraay labsiin dirqama loltummaa fi adabbii du'aa akka hojiirra oolu ajaje

  9. Afrikaa Kibbaatti guyyaan dhumaa godaantonni akka bahan kenname dhiyaannaan Embaasiin Itoophiyaa lammileen akka of eeggatan hubachiise

  10. Itoophiyaatti baankiin aannan harmaa itti kuufamu yeroo jalqabaaf baname

  11. Masjiidi Al-Aqsaa Yerusaalemitti argamu leellistoota Israa'eliin yaaddoo keessa galuu malaa?

  12. Naannoon Amaaraa hojjetoota mootummaa 'hidhattootti makamanii' turaniifi walitti bu'insaan buqqa'an hojiitti akka deebiyan murteesse

  13. Traamp kasaaraa waraana Iraan cufachuuf dolaara bil.87 Kongresii gaafate

  14. Iloon Maask torbee lama keessatti sadarakaa tiriileeyenummaa isaa dhabe

  15. Ijoo

  16. Komishiniin Marii Biyyaalessaa dhimma Finfinnee fi afaan hojii dabalatee qabxiilee 8 adda baase maal fa'i?

  17. Dooniin Itoophiyaa akkamiin Hormuuz keessa dabarte?

  18. HRW TPLF wixinee labsii lammileen loltummaan akka tajaajilan dirqisiisuufi mormitoota ittiin adabuuf baase akka haqu gaafate

  19. Sudaanitti Haleellaan saalaa akka tooftaa waraanaatti faaydaarra oolaa jira jedhe UN