BBC News,
Afaan Oromoo
Qabiyyeetti darbi
Oduu
Daawwadhaa
Dhaggeeffadhaa
Kutaawwan
Oduu
Itoophiyaa
Ispoortii
Siyaasa
Dubartoota
Baha Jidduugalaa
Jajjaboo
Itoophiyaa
Ispoortii
Siyaasa
Dubartoota
Baha Jidduugalaa
Jajjaboo
Paartii Badhaadhiinaa
'Raayyaan miidiyaa' Paartii Badhaadhinaa oduu sobaa fi odeeffannoo dogongorsu facaasuurratti hirmaachuu qorannoon BBC saaxile
19 Ebla 2024
Obboleessi Battee 'yaada kennaa jira' malee warra shakkaman 13 keessaa miti jedhe poolisiin
12 Ebla 2024
Namni siyaasaa ija jabinaan dubbachuu abbaarraa dhaalan, Taayyee Danda'aa, eenyu?
12 Bitooteessa 2024
Caffeen Oromiyaa mirga himatamuu dhabuu Obbo Taayyee Danda'aa kaase
19 Guraandhala 2024
Aanga'oonni haaraa muudaman Amb. Reedwaan, Obbo Tamasgeen, Amb. Taayyee Asqesillaasee fa'aa eenyu?
8 Guraandhala 2024
Aangoo ijoo biyyattii keessatti nama lammataa ta'uun kan beekaman Obbo Dammaqaa Mokonnin waggoota 20 darbanitti maal gumaachan?
27 Amajjii 2024
MM Itti Aanaa Dammaqaa Mokonnin Itti-gaafatamummaa Paartii Badhaadhinaarraa gaggeeffaman
26 Amajjii 2024
Kaabinoota Dirree kubba taphataniifi aantummaan ummata tajaajilan irraa maaltu baratama?
14 Muddee 2023
Obbo Taayyee Danda'aa mirga himatamuu dhabuu osoo qabanii maaliif hidhaman?
13 Muddee 2023
Obbo Taayyee Danda'aa bulchiinsa MM Abiy Ahimed 'jecha jabaan' qeequun aangoorraa kaafamuu isaanii himan
11 Muddee 2023
'Mariin araaraa Daaresalaam akka gufatu kan godhe mootummumaa ani keessa jiru kana jedheen amana'- Taayyee Danda'aa
7 Muddee 2023
'Qaamni nageenya dide dirqamee araaratti akka deebi'uuf tarkaanfiin fudhatamaa jira'- Kominikeeshinii Oromiyaa
2 Muddee 2023
Itoophiyaa keessatti 'diinagdeen badhaadhinaa' akkatti hubatame dogoggoraa?
29 Onkololeessa 2023
Pirezidantiin duraanii Naannoo Amaaraa Gadduu Andaargaachoo paarlaamaarratti maal jedhan?
15 Hagayya 2023
Magaalaan Finfinnee fi naannoleen uummata Amaaraa fi Raayyaa Ittisaa cinaa hiriirra jedhan
7 Hagayya 2023
Dhimmoonni mootummaa Itoophiyaa fi WBO irratti mari’atan maal fa’i?
3 Caamsaa 2023
‘Qondaalota hidhaa jiran achi-buutee isaanii dhabne’ - ABO
21 Ebla 2023
Jijjiiramni tarree siyaasaa Itoophiyaa keessatti uumamaa jiraa?
19 Ebla 2023
Itoophiyaatti hanni yaaddoo nageenyaa guddaa uumeera jedhe Paartiin Badhaadhinaa
18 Bitooteessa 2023
'Hundeeffamuun magaala Shaggar hawaasa addaan hire'- jiraattota Aanaa Sabbata Hawaas
30 Muddee 2022
Namoonni 7 mootummaa Itoophiyaa bakka bu’uun TPLF waliin mari’atan eenyu?
28 Waxabajjii 2022
Hidhaa Jumlaa naannoo Amaaraa tibba kanaa duuba sababni jiru maali?
28 Caamsaa 2022
Biyyi diigamuun maali? Kun Itoophiyaa wayi yaaddessaa?
12 Ebla 2022
Imalli waggaa afurii MM Abiy Ahimad maal fakkaata?
2 Ebla 2022
Kan duraa
Page
2
Keessaa
4
1
2
3
4
Itti aanee