Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Abbaan qabeenyaa restoraantii nyaata irratti goondaa firfirsuun dhiyeesse adabamuufi

  2. Kongireensii Federalawaa Oromoo fi ABO-WBO Marii Biyyaalessaa gaggeeffamaa jiru irratti maal jedhan?

  3. TPLF mootummaa federaalarraa of ittisuuf humnoota garaa garaa wajjin tokkummaa tolfadhe jedhe

  4. Poolisiin Federaalaa namoota yakka daddabarsa namaan godaantota 60 du'aaf saaxilan jedhe 17 to'achuu beeksise

  5. Jilli US ministaroota Masrii, Somaaliyaa fi Ertiraa waliin Kaayirootti maal mari'ate?

  6. Huutiin Yaman Sa'uud Arabiyaa irratti 'uggura galaanaa' labse

  7. Buufanni Asab akkamiin waggoota 30tti siqaniif onee hafe?

  8. Masrii fi Ertiraan Galaana Diimaa 'seeraan ala to'achuuf' yaalii taasifamu balaaleffatan

  9. Komishiniin Marii Biyyaalessaa marii eegaluuf ''danqaan'' na hin mudanne jedhe

  10. Loltoonni US lama Jordaan keessatti ajjeefamuu booda US fi Iraan wal haleelaa bulan

  11. Uummanni addunyaa garri caalu amma Ameerikaa caalaa maaliif Chaayinaa filatu?

  12. Tiraamp tapha walakkaa xumuraa Ingland Arjeentinaan mo'amte irratti qeeqa dhiyeessuun ammas gaaffii kaase

  13. US halkan torbaaf Iraan rukutte; Iraanis biyyoota michuu Ameerikaa haleeluu cimsite

  14. Hulaa Hormuuz bakka bu'uun sararri boba'aan addunyaaf ittiin rabsamu kan biraa jiraa?

  15. Jeneraal Taaddasaa Warradaa 'hidhaa mana keessaarra' jiruu?

  16. Bulchiinsi Itoophiyaa Sirna Paarlaamaa irraa gara Sirna Pirezidaantummaatti jijjiiramuuf jiraa?

  17. Heerri Itoophiyaa fooyya'uufii?

  18. Jen. Tsaadqaan fa'i dhimma Tigraay irratti Finfinneetti hiriira bahuufi

  19. Badhaadhinni Marii Biyyaalessaarratti maal dhiheessa?

  20. Keeniyaan gaaffii Raastafariyaanoonni 'gaanjaa' dhimma amantiif fayyadamuu kuffiifte