BBC News,
Afaan Oromoo
Qabiyyeetti darbi
Oduu
Daawwadhaa
Dhaggeeffadhaa
Kutaawwan
Oduu
Itoophiyaa
Ispoortii
Siyaasa
Dubartoota
Baha Jidduugalaa
Jajjaboo
Itoophiyaa
Ispoortii
Siyaasa
Dubartoota
Baha Jidduugalaa
Jajjaboo
Irreecha Hora Harsadee suuraan
Daataa qusachuuf barreeffama qofa dubbisi
Ibsa waa'ee suuraa,
Hirmaattota Irreecha Hora Harsadee bara 2025 gariin
Maxxanfame
5 Onkololeessa 2025
Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 2
Ibsa waa'ee suuraa,
Namoota Irreecha Hora Harsadee bara 2025 irratti barii ka'anii deema ajiran
Ibsa waa'ee suuraa,
Maanguddoo argaa dhageettii Hora Harsadee bara 2025.
Ibsa waa'ee suuraa,
Hawwan Irreecha Hora Harsadee bara 2025 irratti
Ibsa waa'ee suuraa,
Abbootii Irreecha Hora Harsadee bara 2025 hirmaatan keessaa.
Ibsa waa'ee suuraa,
Irreecha Hora Harsadeerratti nama anfaarroo godhateeru, bara 2025
Ibsa waa'ee suuraa,
Hirmaattota Irreecha Hora Harsadee bara 2025 gariin.
Ibsa waa'ee suuraa,
Maanguddoo kallacha godhatan Irreecha Hora Harsadee bara 2025 irratti.
Ibsa waa'ee suuraa,
Dargaggeessa addatti faayame, Irreecha Hora Harsadee bara 2025
Ibsa waa'ee suuraa,
Dubartii uffata aadaan faayamtee Irreecha Hora Harsadeerratti argamte, bara 2025.
Ibsa waa'ee suuraa,
Irreecha Hora Harsadee bara 2025
Dabalata argadhu
Itoophiyaa
Aadaa
Uummata Oromoo
Viidiyoo
2:06
Viidiyoo,
Ispeenimoo Arjantiinaatuu Waancaa Addunyaa injifata?
, Turtii 2,06
19 Adooleessa 2026
2:57
Viidiyoo,
Mesii - Eessaa ka'ee yoona gahe?
, Turtii 2,57
19 Adooleessa 2026
Naadiyaa - Gareen gudeedamuu hanga Badhaasa Nobeelii Nagaa injifachuutti
17 Adooleessa 2026
2:04
Viidiyoo,
Heerri Itoophiyaa fooyya'uufii?
, Turtii 2,04
16 Adooleessa 2026
Isin hin darbiin
Buufanni Asab akkamiin waggoota 30tti siqaniif onee hafe?
21 Adooleessa 2026
Poolisiin Federaalaa namoota yakka daddabarsa namaan godaantota 60 du'aaf saaxilan jedhe 17 to'achuu beeksise
Sa'aatii tokko dura
KALLATTIIN
,
Loltoota duraa ajjeefamaniin kan mufatte US Iraanitti dhukaasa itti fufte
Maaltu haasa'ama?
Bulchiinsi Itoophiyaa Sirna Paarlaamaa irraa gara Sirna Pirezidaantummaatti jijjiiramuuf jiraa?
17 Adooleessa 2026
Oduu BBC Afaan Oromoo
Jeneraal Taaddasaa Warradaa 'hidhaa mana keessaarra' jiruu?
18 Adooleessa 2026
MM Abiy heerri Itoophiyaa fooyya'uu akka danda'u akeekan
15 Adooleessa 2026
Itoophiyaan waa'ee lammiilee Sa'udiitti duuni itti murtaa'eerratti 'mariirra' jirti
13 Adooleessa 2026
Hirmaattonni marii biyyaalessaa kumni afur akkamiin ajandaawwan irratti marii'atu?
15 Adooleessa 2026
BBC Afaan Oromoorraa oduu kallattiin argachuuf miseensa Chaanaalii WhatsApp ta'aa
6 Muddee 2024
'Finfinneefi Dirre Dhawaa dabalatee dhimmoota falmisiisoo Badhaadhinni Marii Biyyaalessaaf dhiyeessuuf jiru
13 Adooleessa 2026
'Gaaffii gaafachuu barbaannu yeroo hin eeyyamnetu jira' - Miseensa Parlaamaa
11 Adooleessa 2026
Baay'ee kan jaalatame
1
KALLATTIIN
Loltoota duraa ajjeefamaniin kan mufatte US Iraanitti dhukaasa itti fufte
2
FIFA'n lola gareen Arjentiinaa tapha booda eegale qorachuu eegale
3
Buufanni Asab akkamiin waggoota 30tti siqaniif onee hafe?
4
Poolisiin Federaalaa namoota yakka daddabarsa namaan godaantota 60 du'aaf saaxilan jedhe 17 to'achuu beeksise
5
Jilli US ministaroota Masrii, Somaaliyaa fi Ertiraa waliin Kaayirootti maal mari'ate?
6
Huutiin Yaman Sa'uud Arabiyaa irratti 'uggura galaanaa' labse
7
Saayintistoonni ilkaan namaa irra deebiin akka biqilu gochaa jiru
8
Waan sirriitu ta'ee? Ispeen Waancaa Addunyaa fudhachuun ni malaafi?
9
Dubartoonni kunneen dhala godhachuu hin barbaadan - sababiinisaa kunooti
10
Carraa ajaa'ibaa hiriyoonni waggootaaf waliin hojjataa turan obbolaa ta'anii argaman
Yeroo dhuma kan haaromfame: 11 Caamsaa 2026